Furmaanni maali worri jedhaa turtaniif

Furmaanni maali? worri jedhaa turtaniif Fuulli keessan bifa kanaan namoota isin jalaa miidhameef furmaanni isinuma harka jira.Maaltu mala?????……….jettanii hin dhiphatinaaFurmaanni isaa isinuma harka jira.Wantoota 3 qofa isin barbaachisa.1.Hub: Malli jalqabaa kun worriita yeeroo hedduu fuulli keessan jiidhina ykn dafqa(ወዝ) qabuuf ta’a.1. Qarafaa daakkamaa2. Irdii daakkamaa3. DammaAkkaataa qophii isaa_Qarfaa daakkaamaa maankaa shaayii 2 _Irdii daakkamaa maankaa…

Read More

Baga gammaddan Appii shabakaa free

Baga gammaddan warri Saudi Arabia jirtan shabakaa free’n gad dhiifamee jira jawwii fi zain irratti haala nama gammachiisuun dalagaa jira appii dhuma barruu irraa buufadhaa bakka appii shabakaa free as tuqaa buufadhaa jattu tuqaa buufadhaa jawwii free zain free irraa fayyadamaa Ashama harka fuune hordoftoota website kheenyaa nagayaaf rahmanni rabbii bakkuma jirtanitti isin haa gahuu…

Read More

Bilbila Sagalee hiin qabne Furmataa issa

Bilbila kee Yeroo dheraaf itti fayyadama turte tokkoo Yeroo sagalee isaa hedduu gad Bu’aa ta’e Argamu hedduu Nama mufachiisa kun Waan salphaatti geddaramuu danda’mudha kanafu Arra App Bareeda tokko qabadhee Dhufe Sagale Bilbila kenyaa kan duran dadhabaa ture Ammaa Akkamitti Akka guddisu dandeenyu Isiin Agarsiisa Kara salphaa ta’ee tokkoo fayyadamuun Sagalee Bilbila kenyaa foyyessuu dandeenyaa…

Read More
CBE jobs

Job Vacancy at Commercial Bank of Ethiopia

The Commercial Bank of Ethiopia would like to invite qualified and interested job seekers to apply for the following positions: 1. Change Control Officer 2. Cyber Attack Analyst 3. IS Governance Officer 4. IS Security Specialist 5. Network Engineer 6. Service Portfolio Management Officer 7. Technical IS Quality Engineer 8. Technical Requirement Analyst 9. Senior…

Read More