Convert your voice to text application It is a very nice application that can save us our time This application can help both people who cannot write text and those who can write text
he can use people who can write to save his time, and he who cannot write or write the alphabet of the language can speak what he wants to say in his own voice
when you hold the voice on this application and want to convey your thoughts it will convert it to text and convey your thoughts to you in text
Aplikeeshinii sagalee keessan gara barruutti jijjiiru:
Aplikeeshinii sagalee keessan gara barreyfamaatti jijjiiru Aplikeeshinii baayyee bareedaa yeroo keenya nuuf qusachuu danda’uudha Aplikeeshiniin kun namoota barreyfamaa barreysuu hin dandeenyees tahee kan barreyfama barresuu danda’an hunda gargaaruu danda’a. namoota barreyfama barresuu danda’aniis yoo tahe yeroo isaa qusachuuf itti fayyadamuu danda’a, inni barreyfama yokiin qubee afaan sanii barreysuu hin dandeenyees yoo tahe sagalee isaa qofaan waan dubbachuu barbaadu san haasa’uu danda’a.
yeroo ati sagalee aplikeeshinii kana irra qabdee yaada kee dabarfachuu barbaaddu inni gara barruu jijjiiree yaada kee gara barruutiin siif dabarsa
Wanni akkaan itti nama gargaaru aplikeeshiniin kun yeroo teenya qusachuuf, yeroo waa barreysuu barbaannu barruu barreysuuf qubee takka takkaan tuquu nubarbaachisagaruu, karaa aplikeeshinii kanaatiin baayyee takka saffisaan barreysuu dandenya. Sababni ammoo namni sagaleen dubbatuufi namni barreyfaman haasa’u yeroo tokko keessa yaada isaa xumurachuu waan hin dandeenyeef.
Namni aplikeeshinii kanaan haasa’u ammoo daqiiqaa tokko kheysatti wantoota baayyee haasoytee tumuruu dandeysa waan taheef
Akkasuma namoonni afaan tokko yoo ittiin haasa’uu danda’e barruu afaan sanii dubbisuu yokiin barreeysuu yoo hin dandeenye aplikeeshinii khana irratti ammoo gabaabumatti yoo jechoota afaan sanii haasa’u khan dandeysu taate usteetuma osoo qubee isaa hin beeku jechuu hin taane sagaleen haasoyta aplikeeshiniin ofii isaatii barreysee seera qubee afaan saniis guutee, tartiibaan siif khaayuu danda’a.
Aplikeeshinii bareedaa khana yoo buufachuu barbaaddan dhuma barreyfamaa khanaa irraan isiniif khaaya.
Gorsa kheenya khan yeroo hunda khanaas dubbisaa
Ilaalchi gariin khan hawaasa kheysatti yokiin sammuu hawaasaa kheysatti save tahanii jiran baayyeedha.
- Fakkeenyaaf, yaada faallaa tokko khan waan san irraa faallaa sammuu hawaasaa khessatti mocamanii baduu didan hedduudha wantoota namoonni sammuu ofii amansiisan san akka mataa keetiitti of keessaa balleysuun sirratti dirqama.
- Beekkumsa ilma namaa khan jannu kan ilmi namaa walliin dhalatuudha. Kana yeroon ja’u ammaas ilmi namaa beekkumsa waliin dhalatu waliin walqabatee khan guyyaa irraa arkateen dabalata. Fakkeenyaaf, namni jalqaba amala badaa waliin dhalate tokko yoo waan gaarii namni barnoota jaalalaa irraa baratuus yoo khan baratu tahe carraan amalli inni waliin dhalate san jijjiiramuun ni jabaata.
- Inni amala gaarii waliin dhalate ammoo yoo barnoota gaarii akkasuma barumsa waa hundaa yoo khan baratu tahe jalalliifi bekkuumsi sammu isaa dabalaatuma deema jechuudha. Kanaafi khan beekkuumsifi sammuun kan ilmi namaa waliin dhalatuudha malee khan guyyaa kheysaa barnootaafii fakkeenya irraa baratu miti jannuuf. Application isa
Appii kana buufachuuf as tuqaa
Aplikeeshiinii shabakaa bilaash appii Aplikeeshiinii ajaa’ibaatti dalagaa jiru kana buufachuun itti fayyadamaa appiin kun update ta’ee waan dhufeef namoonni duraan qabdaniis update gootanii itti fayyadamuu qabdan.