Waan ajaa’ibaa!
Application baayyee khanaan wal baraa!
Khana yeroon ja’u namni hedduun akkanumaan sobee waaniin application khana daadee yokiin faarsee isin laalchisuuf osoo hin taane Aplikeeshinii dhugaan yoo buufattan itti gammaddaniidha.
Aplikeeshiniin khun ammas, email, password, mal mal ja’ee khan isin hin rakkineedha.
Karuma gabaabaan lakkoofsa CID, password, username fi mallattoo QR code isin gaafata qofa. Kana kheysaa khan barbaaddaniin seentanii fakkeenyaaf:
Yoo QR code kan ja’uun seenuu barbaaddan bilbila lachuu qabattee mallattoo QR code irra tuqxanii suuraa isaa khaastanii bira dabartan.
San booda suuraa khaafnaan kallattumaan yeroo barbaadde video waraabuu dandeeysa yokiin ammoo sagalee qofa waraabuu dandeysa.
-
QR code
-
Username and password
-
CID
Aplikeeshinii baayye nama gammachiisu khanaan walbaraa
namni jaalallee tee yokiin jaalallee khee hordofuu barbaadu hundi application kana bilbila khee irratti gad buufattee itti fayyadamuun akka barbaaddetti jaslallee tee video hordofuu dandeysa.
Application khun akka application biraa nama hordofuuf kharaa dheeraa siin hin deemu, kharuma gabaabaan amma isinitti himaa jiru kana qofaan nama barbaaddan hordofuu dandeysan
Aplikeeshiniin an dhuma barreeyfama khanaa jala isiniif khaayu khana buufattanii kheysa isaa yeroo seentan bilbila nama hordofuu barbaaddan sanirratti jachuudha, yeroo gad buuftan wantootaan asii olitti isinitti hime khana takkaa QR code irraan seentanii suuraa bilbila walirra qabuun suuraa khaaftan. Takkaa ammoo password fi username isaa laallattanii bilbila kheysan irratti applicationi seentanii irratti galchitan bakka inni username fi password isin gaafatetti.
Aplikeeshinii namoonni baayyeen itti fayyadamaa jiran kan jaalatamummaa horate, khan bilbila kheysan bakka guddaa qabee isin duraa hin guunneedha.
Akkasuma wanniin isiniif ibsuu barbaadu asirratti applicationin kun gosa lama isa hordofuufi isa hordofamuudha.
Bilbila tokkorratti yokiin khan hordofuu barbaaddan san irratti dhuma barreyfamaa khanaa irrattiin “khan hordoftaniin kana, khan hordofamuun kana” ja’een isiniif khaaya, isi addaan laallattanii isa hordofuu barbaadda irratti hordofuu buuftan , isa hordoftaniin irrattiis addaan laallattanii buufachuu qabdan.
Gorsa kheenya gaggabaabaa guyyaa guyyaan waan dubbifnee fi hubanne irraa isiniif qoonnu khanaas dubbisuu hin dagatinaa!
- Dubbisuu qoraasuma sammuu namaati, dubbisuu hifachuun sammuu tee doomsuu waan taheef, dubbisuu fi dhageyfachuu baayyisuun sammuu fii qoraasuudha, sammuu fii beekkumsaaf banuudha.
- Guddina sammuutiif manguddoo fi beekaa bira taa’uu akkasuma barreyfama garagaraa dubbisuu qabna yeroo hunda
- Dubbachuu dura dhageeyfachu baayyisi sababni isaas maddi beekkumsa dhagahuu yokiin dhageyfachuufi dubbisuu waan taheef
- Beekkuumsa horachuun callisanii dhageyfachuu irraa madda akkasuma akkuma ja’anii ” kheysa deddeebi’ee haanni dhagaa muraa” akkuma ja’anii dubbisuu guddisuu irraa sammuu ballinaafii bekkumsa guuttachuu dandeysa waan taheef.
- Dubbachuuf hin fiigin dhageyfachuuf fiigi malee. Beekhi ati gaafa dubbachuu baayyifte tuffii xiqqaa irraa khaasee hanga jaarsaatti sijibbuu irraan sigeysi.
- Akkuma ja’anii ” moluufii dubbiin osoo hin beyne namatti miliqxii” ja’an mitii ree if jalaas gad ja’anii laaluun barbaachisaadha. Ati haasa’a mi’eeyfattee figda namni ammoo sijibbaa waan deemuuf ati gaafa namni akka balaa biraatti sijibbuufi si dheysuu eegalu ofirratti agarta waan taheef
Application gosa khanaa baayyeetu jira waan taheef isin isa sirrii kan an isiniif maxxanse kana lamaan qofa buufachuu qabdan
Ammaas wanniin isin yaadachiisuu barbaadu Aplikeeshinii kana lamaan yeroo buuftan, isa bilba keessan irratti buusuu qabdan bilbila hordofuu barbaaddan san irratti buufnaan isin hordofsiisuu waan hin dandeenyeef, yoo keysan irratti buuftan bareedaadha
Application kana akka waan dabaaf itti hin hojjanne garuu! yoo daba itti hojjattaniis isintu badii qaba isintu itti gaafatama nan galchi, rabbi birattiis isintu itti gaafatama waan taheef