Ashama harka fuune hordoftoota website bakkuma jirtanitti naganyi kheenya qilleensarraan bubbisaa isinirra haa bu’uu jachaa guyyaa arraa waan itti gammaddan ,irraa fayyadamtan ja’e yaadu takkaan isiniif qabadhee dhufee jira👇👇
Hordoftoota fi dubbiftoota barruu kheenyaa dhiifamaa wajji yeroo website Ä·hana seentan, allow godhaa please!
Applikeeshinii khana buufachuuf dhuma barruu tanaa irraa bakka “appii kana buufachuuf as tuqaa” irra tuquun buufadhaa!
Applikeeshinii paltalkiin Applikeeshinii namoota baayyeen live irratti haasa’uf nama gargaaruudha.
Applikeeshinii ajaa’ibaa!
Waan ajaa’ibaa khana yoo itti fayyadamtan zoom caalaa itti gammaduu dandeysan.
Zoom akkuma beekkamuu itti fayyadamni isaa baayyee namoota hedduu dhibaa jira khun ammoo akka baayyee itti fayyadamaaf laafaadha namoonni Applikeeshiniin zoom waliin rakkachaa turtan gara appilikeeshinii khanaatti dhuftanii yoo itti fayyadamtan baayyee itti fayyadamaaf isiniif laafa.
Applikeeshiniin paltalk kun akka zoom gareedhaan namoonni baayyeen khan irratti walitti dhufanii walgahii gurguddoos tahu, baruumsa amantiifi baruumsa afaanii waan irratti mariyachuu barbaaddan hunda walitti dhuftanii irratti wal gargaaruufi wal mariin waan tokko irratti walii galuuf baayyee baayyee isin gargaara.
Paltalk fayyadamuun baruumsa adda addaa haala zoom saniin caalatti barsiisuufi barachuuf kan nama gargaaruudha.
Applikeeshiniin khun networkiin kheysan yoo dadhabaa tahees akka Applikeeshinii biraa isin hin dararu
Itti fayyadamni Applikeeshinii:
Appilikeeshinii paltalk itti fayyadamni isaa waan isin rakkisu hin qabu.
Jalqaba yeroo appilikeeshinii paltalk keessa seentan bakka continue with Google ja’uu, lammaffaa bakka continue with Facebook, itti aanee login with nickname fi bakka login with email or phone ja’u isiniif baasa isaan khana kheysaa khan feetaniin seentanii yoo barbaaddan google walqunnamsiiftan yoo barbaaddan Facebook irraan walitti hidhattanii itti fayyadamuu dandeyan.
Yokiin ammoo phone number(lakkoofsa bilbila) fi email kheysan khan password isaa beytan itti galchitani login itti gootanii itti fayyadamuu dandeysan.
Gorsa gaarii kheenya khan yeroo hunda itti dhihaadha!
- Namni tokko gaafa si gargaare galatoonfadhu.
Beekhi galanni jaalala baayyisaa. haadha warraa tee yokiin abbaa warraa khee yoo tahellee galatoonfachuu qabda sababni namni san hamilee boodaaf godhata, jaalala isin jiddutti baayyisa kanaaf wal galatoonfachuu baayyisi.
Galanni ati arra nama san galatoonfattu baruumsa nama saniifiis tahee, namni san akka fakkeenya sirraa fudhatee galatoomi siin ja’uuf yokiin namni biraaniis yeroo waan takka gargaare nama saniinis akka ja’utti.
- Nama hojjatee hojii inni hojjate irraa bu’aa dhabe bira teeysee, ati khan hojjatee hojii hojjatte irraa milkoyte, bu’aa ati argatte san itti hin haasa’in! Maalif yoo jatte, namni san bu’aan fida ja’ee hanga danda’u hojjatee dhabe waan taheef, yeroo ati hojii san irraa bu’aa argarre haasoytu, khasaara isa irra geyse yaadata waan taheef.
- Ati yoo qabaataa taate hiyyeeysaan firoomi. Akkas jachuun khiyya ammoo hiyyeysa waliin yeroo baayyee deemuu, itti dhihaachuu, ofitti qabuu fi waliin mariyachuu qabda sababni ammoo hiyyeysa naannoo tokkoo irraa yoo of tuultee deemtu taate hiyyummaan isa irra jirtu itti dhagahamti waan taheef gadduu danda’a hiyyummaa isaa sanitti.
- Ilma namaa khan qallattii si qajeelchu barbaaddadhu. Ati nama biraatiis kallattii qajeelchuu qabda.
- Sababni khun gaariifi ammo ilmi namaa tokko qajeelfamaadha tokko qajeelchaadha. Akkana jechuun khiyya ammoo tokko bu’ura khaayuutu dhiba jaaruun hin dhibduu. Tokko ammoo jaaruutu dhiba bu’ura jalqabaa khaayuun isa hin dhibduu.
- Gakkeenyaaf namoota baayyee yoo khan laallu tahe ajandaa uumuutu dhiba ajandaa san jabeysuun hin dhibdu. Khanaaf namni waliif dawaa ja’anii bar
Gorsi kheenya khan yeroo hundaa khun yoo khan itti gammaddan tahe namni dubbifte commit nuuf godhi akkasuma Oromoo tiyya yeroo website khana seentu #allow bakka jattu dhahi bani please!
Appii kana buufachuuf as tuqaa dawnloadÂ