Suuraa,note ,seenaalee fi barruulee gara garaa yoo khan ol khaayyachuu barbaaddan taate gabaabumatti aplikeeshiinii nuti isiniif maxxansinu khana itti fayyadamuun akka nama baankii khaayyateetti khaayyachuu dandeysan.
Application khana yeroo deeraan itti fayyadamaa jira Application baayyee baayyee nama gammachiisuudha.
Bilbilli isin harka jiru khun hanga si harka taa’u hin beytu akka adagaati gaafa siharkaa badu hin beydu ballama qabattee taa’aa hin jirtu waan taheef, fuldura wantoota bilbila kee irraa qabdu khan yoo sijalaa bade khasaaraa jattanii seeneytu yokiin dhabuu hin dandeenye, ammumaan itti yaaduun dirqama, yoo najalaa bade document garagaraa fi suuraa akkasuma waan irraa qabdu hundaaf furmaata fulduraa itti yaaduu qabda.
Application arraa khana yoo khan buufattan taatan Application baayyee booda shenahuu irraa ooltanii isin gammachiisuudha.
Fakkeenyaaf document fi suuraa ati akka haqamu hin barbaanne akka sijalaa hin banne bilbila khee irraatti Application khana buuftee wantoota akka haqaman hin barbaanne san hunda ammuma irratti fiitanii fuuldura waan bilbila khee mudatee si khasaarsu hin beeytu waan taheef.
Aplikeeshiinii khun aplikeeshiinii baayyee baayyee isin gammachiisuudha wanni khun guyyaan itti gammaddan arra osoo hin taane gaafa Bilbilli kheysan bade amma cabeedha.
Aplikeeshiinii khun appii bakka guddoo qabee bilbila kheysan isin jalaa guutu miti, application baayyee xiqqaa ta’eedha.
Akkamitti ittiin fayadamna?
Application khana yeroo bilbila kheysan irratti buuftan jalqaba email isin gaafata email kheysan itti galchitanii email kheysan khan hin daganne password fi lakkoofsa recover itti galchuun email kheysan san jabeyfattan bilbila biraa gaafa bitattan, bilbila bitattan san irratti email fi password bilbila recover waliin yeroo itti galchitan booda application khana isa amma isinitti himaa jiru khana bilbila haaraya san irratti buuftanii email ammaa appii kana irratti login gootan khana yeroo appii san irratti login gootan kallatumaan isiniif banee wantoota duraan bilbila isin jalaa bade san irratti itti galchitan hundi bilbila haaraya khanarraan isiniif baha
- Suuraa
- Document
- Seenaa
- Bakkuulee barbaaddan hunda irra khayyachuu dandeysan
Bara namummaan katii titisaa gahuu dide, lubbuun Oromootaa titisa gahuu didde khenyaaf khan namaa gargarii lubbuun.
“Barri ni dabraa obsi”jechi ja’u san hoo Oromootaaf hin tahuu!?
Barri namaa hammaatuus tola eeggatan,kheenya garuu maaf hin darbine ree!?
Miskiinni waan du’eefuu hin beyne naaf kafarraa du’a ree?
Barri gaddaa Oromoo irraa hin dhumatuu ree?
Rakkinaafii dhumaatiin Oromorra gahaa jirtu anaan ni yaa