admin

Furmaanni maali worri jedhaa turtaniif

Furmaanni maali? worri jedhaa turtaniif Fuulli keessan bifa kanaan namoota isin jalaa miidhameef furmaanni isinuma harka jira.Maaltu mala?????……….jettanii hin dhiphatinaaFurmaanni isaa isinuma harka jira.Wantoota 3 qofa isin barbaachisa.1.Hub: Malli jalqabaa kun worriita yeeroo hedduu fuulli keessan jiidhina ykn dafqa(ወዝ) qabuuf ta’a.1. Qarafaa daakkamaa2. Irdii daakkamaa3. DammaAkkaataa qophii isaa_Qarfaa daakkaamaa maankaa shaayii 2 _Irdii daakkamaa maankaa…

Read More

Furmaata Dhukkubbii Dugdaa

Furmaata Dhukkubbii Dugdaa(back ache) Mala 1.JINJIBILA • Bakka dhukkubu sanatti zayita baargamoo(eucalyptus oil) maankaa sukkaaraa 2 cuunfaa zanjabilaa maankaa sukkaaraa 2 wolitti dabalaa, dugda keessan bakka dhukkubbii qabutti, rafuuf yoo jettan dibadhaa. Bu’aa gaarii argachuuf Irra deddeebiin fayydamaa• Hundee jinjibilaa jiidhaa/kan hin gogin muraa haphii 4 hanga 6 muruun bishaan burcuqqoo tokkoo wajjiin ibidda laafaa…

Read More

Dadhabbinna saalqunnamtii maal irraa dhufa

Dadhabbinna saal-qunnamtii maal irraa dhufa Hiika “dadhabina saal-qunnamtii” dhiphisnee yoo ilaallu, laafina sochii qaama saalaa dhiiraa/dubaraafi walqunnamtii saalaaf qophii ta’uu dhabuu wajjin walitti dhufeenya kallatti qaba. Garuu “qophaa’aa ta’uu dhabuu” jechuun walqunnamtii saalaaf qophaa’uu dhiisuu qofa miti. Hiika bal’aa qaba. Rakkoon walqunnamtii saalaa saalqunnamtii karaalee sadihiin (3) uumamuu danda’a.1.Inni jalqabaa rakkoo walhormaataa uumamaatiin kan dhufu…

Read More

GAATI SHARAFA MALAQA ETHIOPIA FI SAUDI ARABIA BIYYOOTA ARABA BARUUF

sharafnni meeqatti deema akka jiruu baruuf Namota bilbilaanii gaafachuun sii barbachiisuu yeero kamu website kenyaa sentaani laluu dandeessuu kaana malees namonii Goonkumaa isiin shawaduu hiin dandahuu malaqa baruuf Riyalli 1000 Ethiopia meqa ?? 500 She went here and hugged me and thank you bubbles.” Her eyes were filled with a feeling that I couldn’t understand….

Read More