
Furmaata Dhukkubbii Dugdaa
Furmaata Dhukkubbii Dugdaa(back ache) Mala 1.JINJIBILA • Bakka dhukkubu sanatti zayita baargamoo(eucalyptus oil) maankaa sukkaaraa 2 cuunfaa zanjabilaa maankaa sukkaaraa 2 wolitti dabalaa, dugda keessan bakka dhukkubbii qabutti, rafuuf yoo jettan dibadhaa. Bu’aa gaarii argachuuf Irra deddeebiin fayydamaa• Hundee jinjibilaa jiidhaa/kan hin gogin muraa haphii 4 hanga 6 muruun bishaan burcuqqoo tokkoo wajjiin ibidda laafaa…