Helps you to remove people under your Facebook, who are not using that Facebook. application khun very you. because it is difficult for you to go under your facebook and see who is following you and who is not following you one by one. In this application, however, you can remove fifty people who are not following you in one place
Aplikeeshiinii hiriyyaa Facebook isin hordofaa hin jirre, Of jalaa baaftaniin bakka tokkotti hunda isaanii
Facebook namoota hedduu khan tahe post isaas tahee wantoota inni Facebook isaa irratti maxxansu namoota baayyee bira hin dhaqu, Facebook isaa ammoo namoota add isa godhan yoo laalte namoota khuma shan faa guutee jira taha.
Khun ammoo rakkinni isaa namoota Facebook keessan jala rafaa jiran kan isin hordofaa hin jirre, khan Facebook san fayydamuu dhiiseefii kan gubate hunda walitti qabamee add khuma shan siif lakkaa’a
Aplikeeshinii khana buufattanii guyya guyyaan namoota add kheessan jala rafaa jiran, kan isin hordofaa hin jirre san dhabama if jalaa godhuu dandeysan
Namoota Facebook keessan jala jiran, kanneen Facebook sana hin fayyadamne akka balleessitan isin gargaara. application khun baay’ee isin. sababni isaas facebook kee jala seentee eenyu akka si hordofee fi kan si hin hordofne tokko tokkoon ilaaluun sitti ulfaata. Appilikeeshinii kana keessatti garuu namoota shantama bakka tokkotti si hordofuu hin dandeenye balleessuu dandeessa
Namoota isin hordofaa hin jirre tokko tokkoon guurtaniibaasuu hin dandeeysan. Akkasuma khan isin hordofaa jiruufii hordofaa bakka isaan jiranuu addaan beekuun rakkisaa waan taheef, aplikeeshinii kanatti yoo khan fayyadamtan tahe ammoo, bakka tokkotti namoota isin hordofaa hin jirre 50 baasuu dandeysan of jalaa
Aplikeeshinii khana dhuma barreyfamaa khanaa irraan isiniif khaaya waan taheef, isin dhuma barruu tanaa irra dheyxanii bakka “as tuqaa buufadhaa” jattu yokiin ammoo, bakka “dawnload from play store” jattu irra tuquun buufachuu dandeysan.
Gorsa kheenya khan yeroo hundaa itti dhihaadhaa
Gorsi kheenya khan guyyaa arraa ammoo ilmoon kee khan dhugaa hangam takka siif quuqama, ilmoon khee hin tahin hoo hagam siif quuqamuu irraa fagaata kan ja’uudha.
Namicha haati warraa isaa ilma lama lakkuu ulfoyte, tokko abbaa warraa irraa ulfoyte, tokko ammoo nama biraa irraa ulfoyte.
Ilmaan lamaanuu haati isaanii deysee yeroo jattu booda ilmaan lamaan khanaatu khan abbaa warraa khooti, khun ammoo khan abbaa biraati jechuun waan itti ulfaateef, mala ittiin addaan baafattu yaaddee, akkas godhuun qaba jattee murteysite.
Yeroo abbaan deeme ilmaan waan quba hin qabneef akkas jatteen” abbaan keysan kun akkana namiidha akkas namiidhe ajjeesa jatteen”,ilmoon kuun ammoo ammoo an hin godhu abbaa khiyyattiin hima malee ja’ee love.
Ilmi diqaalaan san ammo ajjeesuuf qobbaayee taa’aa jira haatiis bakka abbaan isaanii halkan ciisu san uffata wahii kheysee uraa yokiin qaawa wahii toolchitee khan inni eeboon darbatee ajjeesuun, qaawa khanaan eeboo itti darbadhuu ajjeesi jatteen.
Ilmi diqaalaas kha’ee ala bahee qaawa saniin bakka haati uffata walitti qabdee abbaa itti fakkeysite san irratti eeboo darbatee uffata waraane ja’ama
Manguddoon duraanii dubbii dubbattee fixxe
San irra dhaabbatanii ilmi diqaalaa namaaf hin nahu ja’anii irraa dubbachuu eegalan
Dhiigni dhigaaf xiqqaatuus numa hadooda yoo shakkii qabaate malee
Ilmi abbaaf hadoodu ammoo abbaan isaa tuqamuun yokiin dhiigni isaa gaafa dhiigu qaama isaatu lola
Appii kana buufachuuf as tuqaaÂ
Dawnload from play store